Pireezidaanti Saahilawarqi Godina Goofaatti sigiga lafaan lubbuu lammiilee darbeen gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan lubbuu lammiilee darbeen gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi maatii, hiriyoottanii fi firoottan lammiilee lubbuun isaanii darbeefis jajjabina hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment