Pireezidaanti Saahilawarqi Barreessituu Olaantuu CAF Faatima Samuran waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee Barreessituu Olaantuu CAF Faatima Samuran waliin mari’atan.

Barreessituu Olaantuun akkuma kanaan duraa hidhannoowwaan kubba miilaa 800 ol arjoomaniiru.

Dabalataan, Kuwaataaritti baatii Sadaasaa dhufaa jiru kan gaggeeffamu tapha Waancaa Addunyaarratti kan itti fayyadamanii fi maqaa pireezidaantitti kan qabu kubbaa miilaa arjoomaniiru.

Tilmaama gadaanaa barnoota Ispoortii fi lammuummaaf kennamee sirreessuuf manneen barnootaatti ispoortii kubbaa miilaa babal’isuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Barreessituttiin himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment