Pireezidaanti Saahilawarqi Bakka Bu’aa UNHCR gaggeessan

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen yeroo tajaajilaa isaanii kan xumuran Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Komishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii (UNHCR) Maamaadoo Diyaan Baaldiiniin gaggeessan.

Sirna gaggeessaa kanarratti Pireezidaanti Saahilawarqi turtii yeroo tajaajilaa isaanii keessatti gumaachaa taasisaniif galateeffachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii FDRI irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment