Pireezidaanti Saahilawarq boqachuu Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Mootiittii Ingiliz Giiftii Eelzaabeet 2ffaaf gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarq fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin barreeffama barreessaniin Maqaa isaanii fi ummata Ityoophiyaan gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Giiftii Eelzaabeet 2ffaan hoggantuu cimtuu kan turan ta’uu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment