Pireezidaanti Putiin Veetinaam galan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Veetinaam galaniiru.
Turtii biyyattiitti taasiisaniin Ministira Muummee fi Pireezidaantii Veetinaam akkasumas aanga’oota olaanoo biroo waliin dhimmoota waloorratti ni mari’atuun kan eegamu ta’uu ‘Sputnik’ gabaaseera.
Putiin waayita Kooriyaa Kaabaa daawwatan hogganaa biyyattii Kiim Joong Uun waliin dhimmoota adda addaarratti mari’achuun ni yaadatama.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment