Pireezidaanti Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa naannichaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa naannichaa daawwataniiru.

Jilli Hoggantoota olaanoo naannichaa Pireezidaanti Awwal Aarbaan durfamu hojiilee misoomaa aanaaa Duubtii fi Loogiyaa daawwateera.

Miidhaa balaa lolaan qaqqabu hambisuuf hojilee hojjetamaa jiruu fi misooma Qonna Qamadii daawwachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment