Finfinnee, Guraandhala 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Pireezidaantii haaraa Naayijeeriyaa Boolaa Tiinuubuuf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Boolaa Tiinuubuun filannoo Pireezidaantummaa Naayijeeriyaa tibba darbe gaggeeffame injifachuun isaanii kan yaadatamudha.
Pireezidaant Saahilawarq filannichi hariiroo biyyoota lameenii cimaa ta’eefi waggoota dheeraa lakkoofsise sadarkaa olaanaarraan gahuuf ni gargaara amantaa jedhu kan qaban ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.