Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen miseensota koree hojii raawwachiistuu kookasii dubartootaa mana marichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota koree hojii raawwachiistuu kookasii dubartootaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa waajjira isaaniitti simachuun waliin mari’atan.

Mariin isaanii fayyadamummaafi hirmaannaa dubartootaa filatamtootaa haala mirkaneessuun danda’amurratti  xiyyeeffachuu ragaan Waajjira Pireezidaantiirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment