Pireezdaanti Saahilawarqi kabaja guyyaa bilisummaa Birrundiirratti hirmaatan

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen kabaja guyyaa bilisummaa biyyaalessa Birrundii waggaa 61ffaarratti hirmaataniiru.

Sirnicharratyi Pireezidaantii Birrundii Ivaariistee Nidaayshiimiiyyee dabalatee keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen guyyicha sababeeffachuun ummata biyyattiif ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment