Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame eebbisiisan.
Manni barumsichaa gamoo bilookii shan , daree barnootaa 9 fi kutaawwan bulchiinsaa kan ofkeessaatti qabu ta’uu OBN gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.