Pheexiroos Maasreshaan dorgaa dorgee Faanaa Laamroot boqonnaa 17ffaa inijifate

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 17ffaan baatiiwwan sadan darbaniif gaggeeffamaa ture har’a xumurameera.

Dorgomtoota xumuraaf gahan afur keessaa Pheexiroos Maasreshaan dorgommii boqonnaa 17ffaa kana inijifachuun Birrii kuma 400 badhaafameera.

Dorgomtoota xumuraaf gahan afur keessaa Pheexiroos Maasrashaan dorgommii boqonnaa 17ffaa kana inijifachuun Birrii kuma 400 badhaafameera.

Naahoom Nagaash 2ffaa bahuun Birrii kuma 300, Suraafeel Darajjeen 3ffaan xumuruun Birrii kuma 200 yoo badhaafaman, Abrahaam Maarilinyi 4ffaa bahuun Birrii kuma 100 badhaafameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment