Baankiin Addunyaa fi Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa fooyya’insa diinagdee biyyaaf maallaqa barbaachisu keessaa %60 uwwisuuf waliigalan Read more
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad noobeelii badhaafamuu isaanitiin magaalaa Jimmaa, Adaamaa, Burraayyuu, Bishooftuu, Sabbataatti sirni gammachuu ibsannaa gaggeeffame Read more
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Read more
Ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka galmaa’u murtaa’e Read more
Badhaasni Noobeelii Nageenyaa maqaa gaarii Ityoophiyaa addunyaatti muul’isuuf carraa guddaa fidee kan dhufe jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahima Read more
Simannaan badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Finfinneetti gaggeeffame Read more
Badhaasni Noobeelii nageenyaa fudhatama Ityoophiyaan qabdu kan guddisuudha- Hayyoota Siyyaasaa Read more