Naannoo Oromiyaatti Projektoonni 3,981 Birrii biiliyoona 4.8 oliin hojjatamaa ture xumuramuun sadarkaa eebbaaf gahee jira Read more
Biyyoonni Miseensa Gamtaa Awurooppaa Ityoophiyaaf hanga ammaatti deeggarsa Birrii biiliyoona 19 taasisuu ibsame Read more
Waraanni Kooriyaa Kaabaa gara daangaa Kooriyaa Kibbaa bakka waraanarraa bilisa akka ta’u murtaahee turetti bobba’uuf akka ta’e beeksise Read more
Meejer Jeneraal Kafyaalaw Amdee Tasammaa Sudaan Abiyyeetti hogganaa humna waraana nagaa kabachiisaa Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii ta’uun muudaman Read more
Miidiyaa fi ogeeyyiin aartii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ga’ee olaanaa ba’acha jiraachuu obbo Nigusuu Xilahuun ibsan Read more