Oromiyaa keessatti kallattii hundaan tasgabbiin jiraachuu Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise Read more
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbe Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri fayyaa beeksise. Namoonni 13 ammoo lubbuun darbaniiru. Namoonni haaraan 358 yoo dandamatan, waliigala namoonni 8,598 dandamataniiru. Ityoophiyaatti waliigala lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 20,336 ga’eera. Yeroo ammaa namoonni vaayrasichi irratti argamu 11,380 ta’uu Ministeerri Fayyaa ibseera. Namoonni 185 yaala cimaa keessatti argamu. Lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 356 ga’eera. Hanga ammaatti namoota 459,746f qorannoon laabraatoorii hojjetameera. Read more
Ityoophiyaa damee geejjiba Baaburaan Afriikaa Bahaatti adda duree taasisuuf karoorfamuu ibsame Read more
Bara 2013 keessa kenniinsa tajaajila mootummaarratti jijjiirrama bu’araa fiduun dhimma ijoodha – Injiinar Taakkalaa Uumaa Read more
Naannoo kibbaatti proojaktoota kaappitaala Birrii biiliyoona 9.8 galmeessisaniif eeyyamni kennamu ibsame Read more