Magaalaa Finfinneetti sababa kabajaa ayyaana irreechaaf daandiwwan cufaman poolisiin ifoomse Read more
Baatiwwan 6 keessaatti ergaa gababa barreeffaman 8100A ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf Birriin Miiliyoonni 52 walitti qabame Read more
Ministeerri Barnootaa guyyaa barsiisoota sadarkaa biyyaalessatti kabajuuf qophii xumuruu beeksise Read more
Finfinneetti abbootii carraa manneen waliin jireenyaa marsaa 13ffaa fi qonnaan bultoota misoomaaf kaafamanii walharka fuudhinsi furtuu gaggeeffame Read more
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 89 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Read more
Qaamoleen Irreecha jeequuf turan 503 meeshaalee addaddaa waliin to’atamuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa beeksise Read more
Koolleejjiin Poolisii Naannoo Amaaraa miseensota poolisii eegumsaa fi jaldhaabdota hoggansa mootummaa 197 ebbisiise Read more