Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylaayititti marii Paanaaliitiin kabajamaa jira Read more
Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa garagaraatiif haala waqtaawaa naannoo Tigiraay irratti ibsa laatan Read more
Abbootiin gadaa Igguu Aabbuu deeggartoonnii fi ergamtoonni ABO shanee dhimmoota hawaasummaa keessatti akka hin hirmaanne murteessan Read more
Yakka biyya ganuu fi sarbama mirga namoomaan kan shakkaman warreen hoggantoota komishinii Poolisii Finfinnee turan irratti ajajni qabamu ba’e Read more
Jaarsoliin biyyaa magaalaa Maqalee tokkuumaa fi misooma biyyaaf waloon dhaabbachuun akka barbaachisu dhaaman Read more
Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni gareen ABUT itti fayyadaman 40 ol too’ataman Read more