Biyya ganuu fi raayyaa ittisa biyyaa fi poolisii federaalaa ugguruun kan shakkamanirratti ajajni to’annoo jala oolchuu itti ba’uu Poolisiin Federaalaa beeksise Read more
Seektara tuuriizimii milkeessuuf mootummaan naannoo Oromiyaa deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa jedhan preezdaant Shimallis Abdiisaan Read more
Magaalaa Gambeellaatti mana nama dhuunfa keessaatti meeshaaleen waraanaa adda addaa 199 to’aman Read more
Qajeelchi Poolisii Bulchiinsa magaalaa Buraayyuu uffata Milishaa garee gantuu, Fanjii Farra Namaa, Boonbii fi Noottii Birrii sobaa dabalatee ragaalee sobaa addaa addaa to’achuu beeksise Read more
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaa Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Diing Lii waliin mari’atan Read more
Malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennoon qabsaa’uu horachuun murteessadha – komishinii naamusaa fi farra malaamaltumma Oromiyaa Read more
Baankiin Addunyaa damee qonnaaf kan oolu Ityoophiyaa dabalatee biyyoota 6f deeggarsa doolaraa Ameerikaa miiliyoona 60 taasise Read more
Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu qabu jedhame Read more