Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Beenishaanguul Gumuuzif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 8.6tti tilmaamamu taasise Read more
Mootummaan Naannoo Gambeellaa Matakkalitti haleellaa lammiilee nagaa irratti raawwatame balaaleffate Read more
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa milishoota 378 mooraa koolleejjii Leenjii Poolisii Oromiyaa damee Bulbulaatti leenjisaa ture eebbise Read more
Karoora Nageenya Filannoo biyyaaleessaa Mana Maree Nageenyaa Biyyaaleessaan qophaa’eerratti qaamoolee qooda fudhattoota federaalaa fi naannoolee waliin marii’atame Read more
Ganna dhufu biqiltuuwwan biiliyoona 6 ol biyya keessaa fi biyyoota ollaa dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu himame Read more
Dhadhaan wantoota fayyaa namaaf balaa ta’e waliin makamee gabaaf dhiyaachuuf ture kuntaalli 93 too’ame Read more
Jilli obbo Fiqaaduu Tasammaatiin durfamu Jimmaatti hojiiwwan misooma dargaggootaan hojjetaman daawwate Read more