Mariin filannoo 2013 irratti xiyyeeffate bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti paartileen siyaasaa waliin mari’atamaa jira Read more
Ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatoota biyyoota ollaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamaniif ibsi laatame Read more
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu isaanii dhabaniiru Read more
Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa biyyaarratti gita isaanii Noorweeyii fi Ostiriyaa waliin mari’atan Read more
Abbaa Alangaa Waliigala Oromiyaa kenniinsa tajaajila isaa caalmaatti ammayya’aa taasisuuf Eejensii mirkaneessaa fi galmeessa sanadoota federaalaa waliin muxannoo wal jijjiiru ibseera Read more
Yuunvarsitiin Koolleejii Poolisii Oromiyaa miseensota eegumsa VIP Leenjii humna comisannaa fudhachaa turan har’a eebbisiise Read more
Magaalaa Humaraatti sakkata’insa hoteela takkatti taasifameen yeroo 2ffaaf baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 37 argame Read more