Ayyaanni sabootaa, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Sadaasa 29, 2013 Finfinneetti kabajama Read more
Maamiltoonni lakkoofsa Herreegaa Baankoota naannoo Tigraayitti banatanii fi naannichaa ala jiraan bakka jiranitti sochoosuu akka danda’an eeyyamame Read more
Duudhaalee waloo caalmaatti cimsuun imala Badhaadhinaa gara fuuladuraatti tarkaanfachiisuun murteessadha – Obbo Umood Ujuluu Read more
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaan galgala kana Maanchiisteer Yuunaayitiid PSG ni keessummeessa Read more
Komishiniin Poolisii Finfinnee Boombiin har’a ganama magaalaa Finfinneetti dhohee miidhaa akka hin qaqqabsifne ibse Read more
Biriitaaniyaan talaalliin vaayrasii koroonaa ‘Faayzar’ jedhamu faayidaarra akka oolu eeyyamte Read more
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi naannichaatti argamaniif ibsa taasise Read more