Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa /WHO/n vaayrasichi Chaayinaa Wuhaanitti akkamitti akka eegale qorachuufi Read more
Juuntaan sirreeffamtoota seeraa magaalaa Maqalee keessaatti gadlakkisuun saamichi akka raawwatamuu taasisuu kaantiibaan Magaalaa Maqalee himan Read more
‘Jaan Meedaa’n ayyaana Cuuphaaf qophii akka ta’u tumsa bulchiinsi magaalaa taasise Manni Amantaa Tawaahidoo Ortodoksii galateeffate Read more
Ameerikaatti sa’aati 24 keessaatti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota kuma 3 fi 700 darbe Read more
Miidhaa dubartootaa fi daa’iimma irra ga’uu ittisuuf tattaaffii taasiifamu keessatti qaamni hunda ga’ee isaa ba’uu qaba jedhame Read more
Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu boru ni eegalama Read more
Mariin tokkummaa, amantaa fi sabdaneessummaarratti xiyyeeffate magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira Read more