Paartileen Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Hoggantoonnii fi miseensonni Paartilee Siyaasaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an hojiilee misoomaa daawwataniiru.

Qaamoleen kunneen ijaarsa Gamoo Miidiyaa Kompileeksii OBN, Gamoo Komishinii Poolisii Oromiyaa dabalatee hojiilee misoomaa iddoolee garaagaraatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Daawwannichaan booda hoggantoota olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa waliin marii ni taasiisuun eegama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment