Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Paartileen Siyaasaa naannoo Kibbaa keessaa socho’an magaalaa Aarbaa Mincitti biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Paartileen kunneen sagantaa Ashaaraa magariisaa akka biyyatti mata duree ‘Ityoophiyaa yaa uwwifnu’ jedhuun ganama kana magaalaa Aarbaa Mincitti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu kana booda dhimmoota haala waqtaawaa biyyaalessarratti marii ni taasiisuu jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa naannoo Kibbaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.