Paartiin Koomiiyuuniist  Chaayinaa ayyaana hundeeffamaasaa waggaa 100ffaa kabajaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Paartiin Koomiiyuuniist Chaayinaa ayyaana hundeeffamaasaa waggaa 100ffaa kabajaa jira.

Kabaja ayyanichaarratti preezdaantiin biyyaatti Zhii Diinpiing haasaa kan taasisaan yoo ta’u, yaadannoodhaafis madfiin yeroo 100 dhuka’uu ibsameera.

Zhii Diinpiing barreessaa olaanaa koree giddugaleessa paartichaa fi dura ta’aa komishinii miilitarii giddugaleessaa paartichaa akka ta’aan ibsameera.

Paartichi akka lakkoofsa bara Faranjootaa 1921 kan hundeeffamuu ibsameera.

Hanga bara Faranjootaa 2020ttis miseensoota miiliyoona 91 horachuun paartiilee Ameerikaa dippiloomaatikii fi rippaabiliikiitti aanee sadarkaa 2ffaa irra kan jiru ta’uu ragaan ni muul’dhisa.

Maddi:-CTGN

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment