Paartiin Bilisummaa fi walqixxummaa Yaa’ii waliigalaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Paartiin Bilisummaa fi walqixxummaa mata duree ‘morkataarraa gara dursaatti’ jedhuun Yaa’ii waliigalaa 1ffaa gaggeessaa jira.

Yaa’icharratti hoggantoonnii fi miseensonni kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti babba’an hirmaachaa jiru jedhame.

Paartichi yaa’ii kanaan murtoo adda addaa ni dabarsaan kan eegamu ta’uu EBCn gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment