Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirri Maqalee hojii eegale

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirasa Maqaleetti argumutti ifatti hojii eegaleera.
Paartiileen morkattoota naannoo Tigraay bilisaan akka socho’aniif haalli mijataan umamuus ibsameera.
Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Tigraay obbo Nabiyyuu Sihuulmikaalee wajjirichi hojii eegaluu ilaachisee ibsa laataniin, garee ABUT abbaa irree ta’uusaatin paartileen siyaasaa naannichaa keessaatti biiroon banachuun hojjechuun haala hin danda’amne ture jedhaniiru.
Garichi ittifamuun naannoo Tigraayitti jijjiirramni dhufuu paartii badhaadhinaa dabalatee paartiilee morkattootta seeraa qabeessaa ta’an biroon bilisiin sochii taasisuuf haalli mijachuus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment