Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Tigraay dhalattoo naannoo Tigraay Jigjigaa jiraatan waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Soomaalee fi Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay dhalattoota naannoo Tigraay magaalaa Jigjigaa jiraatan waliin dhimmoota waqtaawaa irratti marii gaggeessaniiru.

 

Itti gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Tigraay Dooktar Muluuqan Habtuu fi Ministir deettaan Ministeera barnootaa aadde Huriiyaa Aliin waltajjicha dursaniiru.

Adeemsa duula olaantummaa seeraa kabachiisuu fi hojii naannicha deebisanii misoomsuu ilaalchisee dhalattoota kanneeniif ibsi laatameera.

Shiri gareen finxaaleyyii ABUT raawwate Ityoophiyaa kan hin ibsine , ummata Tigraay kan bakka hin buune, dhalattoota naannicha kan qaanesse ta’uu hirmaattoonni kunneen dubbachuu Miidiyaan mootummaa naannichaa gabaasera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment