Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti raawwatameef dhiifama gaafatee

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz ajjeechaa fi Miidhaa Godina Matakkaalitti raawwatameef dhiifama gaafatee.
Waltaajjii hoogganttoonni olaanoofi gidduugaleessa Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Beenishaangul Gumuuz taa’amaa ture ibsa ejjennoo abbaa qaphxii 9 baasuun xumurameera.
Haaluma kanaanis Godina Matakkalitti ajjeechaa sanyummaa irratti xiyyeeffatee raawwatee fi miidhaa gaheef paartichi dhiifama gaafateera.
Akkasumsa hoggantoonni dhimmaa dhuunfaa isaanii galmaan gahachuuf jedha, Paartiin Badhaadhinaa sirna durii deebisuuf jechuun iddoo lamaaf warraa hojjechaa turan irraattis tarkaanfiin fudhatamuu himan.
Gara fuuladurattis hooggantootaa yakkaa kan keessatti hirmataan akka itti gaafamanis himameera.
Paartichis duudhaafi seera paartichaa kabajuun uummataa karaa haqaa tajajjiluuf akka hojjetamuus himameera
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment