Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti dhimmoota biyyarratti mari’achuu eegale.
Koreen Hoji-raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa dhimmoota ijoo biyyaa fi ajandaawwan paartii garaagaraa irratti marii’achuu eegaluu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.