Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi paartileen morkattoota filaannoon dheerachuurratti waligalaan

Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC)-Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi paartileen morkattoota filaannoon dheerachuurratti waligalaan.

Paartiin badhaadhinaa Beenishaanguul Guumz fi naanniicha keessaa kan socho’aan paartileen morkattoota waliin COVID – 19 fi dhimma filannoon dheerachuurratti guyya har’a mari’ataniiru.

Maricharratti paartii baadhadhiina Beenishaanguul Guumz dabalatee dhaabbata naagenyaa fi deemokiraasii sosochii bilisummaa uummaata Beenishaanguul Guumz , sosochii deemikiraasii uummata Guumuz fi paartii deemokiraasii Booroo hirmaataniiru.

Marichaan filannoon dheerachuuf taarkanfi fudhatame sirrii ta’uu waliigaluun, filannoo seeraa dhiyaataan irratti waligalteerra ga’aaniiru.

Paartiileen siyyaasaa yeroo itti aanuutti hojii ijaarsa misooma, nageenyaa fi deemokiraasi irratti waliin hojjechuuf waligalaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment