Paartii Badhaadhinaa yaa’iisaa jalqabaa har’a gaggeessuu ni eegala

Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa Yaa’ii yaa’iisaa jalqabaa guyyaa har’a sa’aatii 8 irraa eegalee magaalaa Finfinneetti gaggeessuu ni eegala.

Paartiin badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeessuun injifannoowwan waggoota sadeen darban hunda kan itti gamaaggamuu ta’uu ibsaniiru.

Rakkoolee fi haqinoota muudataan gadi fageenyaan gamaaggamuun muurtoo seenaa ni qabeessaa ni dabarsaas jedhameera.

Yaa’ichi haala nageenyaa, diinagdee fi ijaarsa mootummaa biyyarratti xiyyeeffachuu kan mari’atu ta’uu ibsameera.

Kanaanis murtoowwan badhaadhinaa hunda galeessaa lammiilee fiduu danda’aan ni dabarsaa jedhameera.

Yaa’icharratti miseensoonni sagalee qaban kumni 1 fi 600 kan hirmaataa yoo ta’uu, kutaaleen hawaasa garaagaraa keessummoonni biyya alaarra affeerrafamaan kan sagalee hin qabne 400 yaa’icharratti ni hirmaatuu.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment