Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –Manni Maree magaalaa Finfinnee Paartii Badhaadhinaa ala miseensota paartii siyaasaa biroo 2f muudama laateera.
Obbo Girmaa Seefuu Hogganaa Komishinii Invastimantii,obbo Yeesuuf Ibraahiim ammoo hogganaa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa qabeenya mootummaa taasiisuun muudeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.