Paarkiin Teekistaayilii Teeknoo Itiyoo Kooriyaa eebbifame

Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) – Paarkiin Teekistaayilii Teeknoo tumsa waloo Itiyoo Kooriyaan ijaarame eebbifameera.

Sagantaan eebbaa kun Paarkii Indaastirii Boolee Lammiitti gaggeeffameera.

Ministir Deetaa Ministeera Indaastirii Obbo Hasan Mahammad dabalatee keessummoonni waamichi taasiifameef saganticharratti argamuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni mul’isa.

Paarkichi tajaajila hedduu kan laatuu yoo ta’u, keessattuu damee uffataaleen leenjii, tajaajila laabraatoorii,akkasumas yaada haaraa kalaquuf giddu gala ta’ee tajaajila jedhame.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment