Paarkiin magariisaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame ebbifamuufi

Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Paarkii magariisaa Magaalaa Roobee Birrii miiliyoona 80‘n ijaarame Sanbata dhufu eebbifamee tajaajilaaf banaa akka ta’u ibsame.

Paarkichi kiiloomeetira 2.1 fi bal’ina meetira 15 ta’een kan ijaarameedha.

Kantiibaan Magaalaa Roobee Obbo Nigaatuu Mootummaa FBC’f akka himanitti, paarkichi bajata ‘UIIDP‘ Birrii miiliyoona 80 kan ijaarameedha.

Paarkichi tajaajila interneet kaaffee fi mana fincaanii waliinii kan kennu, dargaggoota hedduuf carraa hojii ni uuma jedhaniiru.

Biqilaa Tufaa fi Geetaachoo Mullataatu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment