Paarkii Naccii Saarirratti balaan ibiddaa muudate to’annaa jala oole

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Paarkii Naccii Saarirratti balaa ibiddaan muudate to’annaa jala ooleera.

Miidhaa balichi hir’isuufi balaa ibiddichaa guutuumma guutuun balleessuuf poolisiin godina Gaamoo, Magaalaa Arbaa Mincii fi hojjiettoonni waajjira jijjiirramaa qabeenyaa qilleensaa fi eegumsa naannoo godina Gaamoo akkasumas milishoonni waloon tumsa taasisaaniin ibiddichi to’atamuu DHPI gabaaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment