Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Paakistaan Bulchiinsa Baaloochiistaan Buufata Baaburaarratti dhohiinsa Boombii mudateen lubbuun namoota 25 darbuu ibsameera.
Namoota 60 olirra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu eerameera.
Dhohiinsichaan namoota du’an keessaa harki caalu Loltootaa fi hojjettoota buufata Baaburaa ta’uu BBCn gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.