Oromoon madaa ukkaamsaa mirgaa fi gaaffii bara aangoo Shororkeessaa ABUT turerraa hinfayyine-Gamtaa Abbootii Gadaa

Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Oromoon madaa ukkaamsaa mirgaa fi gaaffii bara aangoo Shororkeessaa ABUT turerraa hinfayyine jedhan Gamtaan Abboottii Gadaa Oromoo.

Misensonni gamtichaa akka ibsanitti, gareen shororkeessichaa eenyummaan Oromoo akka himul’anne, aadaan isaa akka hinguddanne taasiseera.

Bara 2009 Hora Harsadeetti hawaasa ayyaana Irreechaa kabajuuf ba’erratti haleellaa raawwachuun argiisiistuu gochaa badiisaa garee shororkeessichaa ta’uu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment