Oromiyaatti sagantaa Ashaaraa magaariisan hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol dhaabbatan – Pireezidaant Shimallis

Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Oromiyaatti bara kana sagantaa Ashaaraa magaariisan Biqiltuu Biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfame keessaa hanga ammatti biqliltuwwaan biiliyoonni 2.6 ol dhaabbachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.

Obbo Shimallis Abdiisaan Yaa’ii Idilee Caffee Oromiyaa 5ffaa taa’amaa jirurratti gabaasaa raawwii dhiyeessaa jiru.

Akkaa nannichatti Biqiltuwwaan garaagaraa biiliyoona 4.9 dhaabuuf karoorfamee keessaa hanga ammattii biqiltuwwaan biiliyoonni 2.6 dhaabamuu eeraniiru.

Haalumaa walfakkatuun biqiltuu Bunaa biiliyoona 1.3 dhaabuuf karoorfamee keesaa hanga ammatti biqiltuun Buna biiliyoonni 1.1 dhaabamuu ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment