Oromiyaatti Riqaaleen baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaarramman eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2014 Riqaaleen baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaarramman 67 eebbifamaniiru.

Bara 2014 akka naannoo Oromiyaatti piroojektoota riqaalee 67 baasii Birrii biliyoona 1.2 oliin ijaaramaa turan xumuruun gandoota 272 wal quunnamsiisuu Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaasteera Magaaloota Oromiyaa Obbo Addisuu Araggaan ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment