Oromiyaatti Qormaanni kutaa 12ffaa laatamaa ture xumurame

Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Qorumsi biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 yeroo kennametti sababa nageenyyaan booddeetti hafuun Amajjii 24 -27, 2014 laatamaa ture xumurame.
Barattoota kuma 21 fi 202 qormaata fudhachuuf galmaa’an keessaa barattoonni kumni 18 fi 955 qormaaticha fudhachuun nagaan xumuramuu Biiroon Barnootaa naannoo Oromiyaa beeksiiseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment