Oromiyaatti qonnaan bultootaa kuma 6 fi Interpiraayizoota kuma 1 ol gara Invastaraatti ceesiisuuf hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Oromiyaatti qonnaan bultootaa kuma 6 fi Interpiraayizoota kuma 1 ol gara Invastaraatti ceesiisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa beeksiise.
Dubartoota gara Invastiraatti ce’uu danda’aniif akkaataa liqaa mijeessuu fi deeggarsa barbaachisu taasiisuun danda’amurratti dubartoota Godina Addaa Oromiyaa naannawaa Finfinneerraa walitti babba’an waliin mariin taasiifamaa jira.
Lalisee Tasfaayeetu gabaase.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment