Oromiyaatti Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoome – BQO

Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Inisheetiiviiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiruun Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoomuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiseera.

Bara kana hojiiwwan diinagdee qonnaan bultootaaafi naannichaarratti jijjiirama qabatamaa fiduu danda’an bal’inaan hojjetamaa jirachuu ibseera.

Inisheetiivii kana keessas inisheetiiviin misooma Loozii isa tokko yoo ta’u, lafa hektaara kuma 200 misoomsuuf karoorfamee lafti hektaarri kuma 225 ol misoomsuun kunuunfamaa jiraachuu ragaan biirichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment