Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.

Oromiyaatti biqiltuu bunaa biliyoona 1.3 dhaabamuuf karoorfamee hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni dhibbi 6  dhaabbachuu Ittaanaan Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa fi Itti Gaafatamaan Damee Misooma Bunaa fi Muduraa Obbo Maammedsaanii Amiin ibsuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment