Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaa Godinoota garaagaraa keessatti duulli dhaabbii biqiltuu uummata bal’aa hirmaachise har’a ni gaggeeffama.
Duulichis mata duree “Boruu Keenya Har’a haa dhaabnu” jedhuun gaggeeffama.
Akka naannichaatti biqiltuu biiliyoona 4.5 dhaabuuf karoorfameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.