Oromiyaatti dhaabbii biqiltuu ganna dhufuuf bilqiltuun biiliyoona 4.3 qophaa’e

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti dhaabbii biqiltuu ganna dhufuuf bilqiltuun biiliyoona 4.3 qophaa’eera.

Naannoo Oromiyaatti Ashaaraa magariisaa ganna dhufuuf biqiltuun biiliyoona 4.3 buufata biqiltuu kuma 15 keessatti qophaa’aa jiraachuu Hogganaan Itti aanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuu ibsaniiru.

Hoggantoonnii fi ogeeyyii miidiyaa fi sab-quunnamtii naannoo Oromiyaa sadarkaan jiran oomisha biqiltuu, Abukaadoo fi horsiisa beelladaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee daawwachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment