Oromiyaatti Baatiwaan jahan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 25 ol argame

Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Biiroon galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan ja’an darabanitti galii Biirr biiliyoona 25 fi miiliyoona walitti qabuu beeksiise.
Galiin argame bara darbe yeroo walfakkaatiin yoo madaallame Birrii biiliyoona 8.7 caalmaa qabaachuu ibseera.
Sadarkaa itti Aantuu Preezdaantiitti hoggantuun Biiroo Galiiwwan Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaa ibsa laataniin baatiwwan jahan darbanitti galii idilee fi Mana Qopheessaatiin Birrii biiliyoona biiliyoona 26 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 25.083 walitti qabamuu himuu isaanii ragaan BDhKMNO irraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment