Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Oromiyaatti akkaataa daldala seeraan alaa galteewwan Qonnaa ittisuun danda’amurratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira.
Fedhiin itti fayyadama galteewwaan qonnaa hanguma dabale daldallii seeran alaa galteewwan qonnaas dabaluu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammaachuu ibsaniiru.
Seera alummaa galteewwaan qonnaan yeroo ammaa babal’achaa jiru ittisuuf xiyeeffannoon hojjetamuu akka qabu dhaamaniru.
Hogganaa Itti Aanaan Abbaa Taayitaa To’annoo Galteewwanii fi Oomiisha Qonna Oromiiya Obbo Masaraatuu Lammaan, Daldalli seeran alaa galteewwaan qonnaa maal irraa akka madde, sababa hanqinna dhiheessi galtee qonnaa muudatee fi falaa isaa irratti waraaqa qorannoo dhiyeessaniru.
Hawwii Fiqaadaatu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.