oomishni qonna fuduraa Walaayittaa Sooddootti abbootii qabeenyaa dhuunfaatiin misoome kan dinqisiifatamudha-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – oomishni qonna fuduraa Walaayittaa Sooddootti abbootii qabeenyaa dhuunfaatiin lafa hektaara kuma 1 fi 250 irratti misoome kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Invastimantiin damee dhuunfaa galma oomishtummaa keenya milkeessuuf murteessaadha jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment