Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Oomishinni qamadii jallisii marsaa 1ffaan lafa hektaara kuma dhibba 3 kuma 52 olirratti faca’e naannoo qilleensa gammoojjummaa qabanitti faca’e sassaabbiif ga’uun sassaabamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Akka naannoo Oromiyaatti qamadii jallisiin faca’erraa oomisha kuntaala miliyoona 17 ol walitti qabuuf karoorfamuu ibsameera.
Aanaalee Godina Shawaa Bahaatti oomishinni sassaabamuu eegaluu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.