Oomishaalee Indaastiriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 42.75 argame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara 2014tti Indaastirii Oomishaalee Zayitaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 42.75 argamuu ibsame.
Kurmaan jalqabaa kana Doolaara Ameerikaa miiliyoona 42.85 argachuuf karoorfamee Doolaarri miiliyoonni 42.75 argamuu himameera.
Oomishaa fi oomishtummaa Indaastirii guddisuuf to’annoo fi hordoffii cimaa taasiifameen galii galchuuf karoorfame % 99.8 milkeessuun danda’amuu ragaan Ministeera Indaastiriirraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment